التصنيف: YAADANNOO

Dhiifama

Yoo balleessan dhiifama gaafatuun bareeda Nami gariin yoo dogoggore dhiifama hin gaafatu. Sababni isaa fkn 1. Dhiifama gaafatuu xiqqeenna seha 2. Boonatu qalbii jira  2. Xiqqeennaan hin barrini 4. Anumatu…

ODUU DURII

Oduu durii Namichi dureessi tokko akkana jedhee shaamate Gaafa an du’e halkan duraa na hin awaallinaa bakka kiyya nama bira qabtii tiyyatti awwaalaa akka malaaikaan na hin gaafannee nana awwaaltan…