Dhiifama

ByALARIF

مايو 26, 2023

Yoo balleessan dhiifama gaafatuun bareeda
Nami gariin yoo dogoggore dhiifama hin gaafatu. Sababni isaa fkn
1. Dhiifama gaafatuu xiqqeenna seha
2. Boonatu qalbii jira 
2. Xiqqeennaan hin barrini
4. Anumatu sirrii jira jedhee yaada

Namni dhiifama gaafatu 
1. Nama qalbii qulqulluuti
2. Nama dogoggora ufii sakatta’u
3. Nama jaalala nama sanii qabu
4. Hunda caalaa nama guyyaa qiyaamaa sodaatu. kkf
Alarif Muhammad

By ALARIF

اترك تعليقاً

لن يتم نشر عنوان بريدك الإلكتروني. الحقول الإلزامية مشار إليها بـ *