ODUU DURII

ByALARIF

يناير 14, 2023

Oduu durii

Namichi dureessi tokko akkana jedhee shaamate
Gaafa an du’e halkan duraa na hin awaallinaa bakka kiyya nama bira qabtii tiyyatti awwaalaa akka malaaikaan na hin gaafannee nana awwaaltan san mallaqa guddaa kennaafvjedhee dhaamatev

Booda gaafa inni due nama boolla sanitti awwaalan barbaadan warra kaadimtootaa keessaa gaafannaan hunduu ni didan
Nama yokko hiyyeessa qoraan gurguratu ka ijoollee 9 qabu arganii gaafatan innis yeroo duraatiif ni dide bioda isaan maalla heddeeu dabakanii halkanuma takka nultaa booda achii baatee duroomtee ufii fi ijoollee teellee hiyymmaa jalaa baaftanbjedhanii waswaasanii tolee jedheen

Qabranii biraa galan borumtaa deebianii qabrii irraa bananii baasan wayta boollaa bahee akka malee jalaa baqate jala fiiganuu haqa tee nurraa fudhadhu waan sii beellamne jedhaniin

Itti as garagalee yaa jaran an halkan takkattii san gaafuin natti dhiyaate guddaadha harree essaa fuute maalin bittee mallqani sun halaalaa moo haraama marka essa dheeda kaloo namaai teeti faasiin hoo essaa dhufe maaliin ittee maaliinbhijjatta
Haadavhoo maaliin ittee maaliin goota ka jedhu gaafii cuimaa na gaafataa turanii an maallaqa kana mara fuudhee gaafii bilorii hin dnadhuu maallaqnibkeessan isinumaa haa hafuu malee ui fudhadhu jedhee baqate

By ALARIF

اترك تعليقاً

لن يتم نشر عنوان بريدك الإلكتروني. الحقول الإلزامية مشار إليها بـ *